Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 15:23 - WAADAA LAMMATAA

23 Inni ammoo womaa isi'iif hin deebifne. Darasoonni isaallee dhufanii, «Isiin iyya'aa waan nu duukaa deema'aartuuf, isii uf irraa geegessi!» jedha'aa isa kadhatan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

23 Inni garuu waan tokko'llee isi'ii uduu hin deebisin ni caldhise, yeroo sanitti barattoonni isaa gara isaa dhiyaatanii, «Dubarttiin tun nu horddofa'aa waan iyyituuf, yabo'oo geegessiin!» jechu'uun ni kadhataniin.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

23 Inni ammo womaa isi'ii hin deebifne. Darasoonni isaallee dhufanii, «Isiin waan iyya'aa nu duukaa deema'aartuuf isii uf irraa geegessi!» jedha'aa isa kadhatan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 15:23
8 Referans Kwoze  

Hennaa lafti dhiite, darasoonni gara isaa dhiyaatanii, «Lafti udume'e, laftillee dhiiteerti kanaaf gara gandootaa dhaqanii waan nyaatan akka bitatan gumii kana gad dhiisi» jedhaniin.


Achiin maayessa dubartiin biyya Kana'aanii takka hulee sanii dhuftee, «Ilma Daawitii, Gooftaa'a! Mucattii tiyya jinniin dhayee waan rakkata'aartuuf, naa fayyisi» jedha'aa iyyite.


Yesuus deebisee, «Ani banii Isiraa'eelii ta akka hoolotaa baddeef malee ta biraatiif hin ergamne» jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite