Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 15:2 - WAADAA LAMMATAA

2 «Darasoonni kee maaf aadaa manguddootaa hin kabajjine? isaan hennaa xoroshoo nyaatan harka ufii hin dhiqatan!» jedhaniin.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

2 «Barattoonni kee maali'iif aadaa jaarsotaa diigan? Kunoo! Nyaata yeroo nyaatan harka isaanii uduu hin miicatin nyaatan!»

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

2 «Darasoonni kee maaf aadaa manguddootaa hin kabajjine? isaan hennaa xoroshoo nyaatan harka ufii hin dhiqatan!» jedhaniin.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 15:2
10 Referans Kwoze  

Fariisichi sun akka inni nyaataan dura harka ufii hin dhiqanne argee maalaleen.


Darasoota isaa keessaa gari gariin uduu hin dhiqanne harka xuri'iitiin xoroshoo uduu nyaatan arganii,


Akka barumsa Kiristoosiititti uduu hin taane, akka aadaa namaatiif akka nama adunyaa tanaa akka barumsa duraa waa uumu'uun soba'aa eennullee akka isin hin boojine uf eegaa'a.


Jireenna duwwaa abboota keessan irraa dhaaltaniif waan lufu birrii yookiin worqi'iin uduu hin taane, dhiiga Kiristoosii ka gatii gudda'aa ka akka dhiiga korbeessa muda'aa fi xurii hin qabneen akka furamtan hin beettan.


Kanaaf Fariisonninii fi barsiisonni Seeraa, «Darasoonni tantee akka aadaa manguddootaatitti jiraatuu dhiisaanii harka xuri'iitiin maaf hurbaata nyaatan?» jedhanii Yesuusiin gaafatan.


Yesuus deebisee akkana isaaniin jedhe, «Isin aadaa keessaniif jettanii, maaf seera Rabbii kabajjuu diddan?


Aadaa abbootaatiifillee akkamalee hinaafa'aa, firoota bara kiyya jiran keessaa akka sirna amantii Yihuudotaatiin guddisee isaan caala.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite