Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 15:19 - WAADAA LAMMATAA

19 Sababaanillee garaa keessaa yaanni hamaan, ajjeesuun, seebaruun, hatuun, sobaan ragaa bayu'uu fi arrabsuu kanniin fa'atuu baya.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

19 Hamaa yaaduu, nama ajjeesuu, sagaagaluu, gocha sagaagalaa raawwachuu, hatuu, dharaan ragaa bayuu, maqaa namaa balleessuu, kun marrinuu onnee namaa keessa ni baya.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

19 Sababaanillee garaa keessaa yaanni hamaan, ajjeesuun, seebaruun, hatuun, sobaan ragaa bayu'uu fi arrabsuu, kanniin fa'atuu baya.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 15:19
24 Referans Kwoze  

Eegaasuu badooma kee kanaaf agii gali maal laataa yaada garaa keetii yoo ka sii dhiisu ta'e Rabbiin kadhadhu.


Na keessa jechuun namummaa kiyya ka foonii keessa wonti michuun akka hin jirre hin beeka. Halcha uf keessaa qaba. Haata'uu ammoo waan mishaa godhuu hin danda'u.


Yesuus yaada isaanii beekee, «Isin maaf waan hamtuu akkasii garaa keessan keessatti yaaddan?


Ani ammoo akkana isiniin jedha, namni ija hawwi'iitiin dubartii laale, garaa ufii keessatti isii woliin seebareera.


Wonti nama batteessu waan kana malee, harka uduu hin dhiqanne nyaatuun nama hin batteessu» jedheen.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite