Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 15:18 - WAADAA LAMMATAA

18 Wonti afaan keessaa bayu ammoo garaa keessaa waan bayuuf ka nama batteessu isa.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

18 Ka afaanii bayu garuu onnee keessaa baya, nama'llee ka batteessu isa.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

18 Wonti afaan keessaa bayu ammo garaa keessaa waan bayuuf ka nama batteessu isa.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 15:18
14 Referans Kwoze  

Isin ijoollee bofaa! isin hammeeyyii taatanii, attamitti dubbii mishaa dubbachuu dandeettan? waan garaa guute afaan dubbata.


Wonti nama batteessu waan afaan namaa keessaa bayu malee, waan gara afaan namaa seenuu miti» isaaniin jedhe.


Ati bada, ‹Hojjataa badaa waanuma afaan kee dubbateen sitti murteessa. Ani akka nama badaa uduu hin kennine gaafadhu uduu hin facaasin haamadhu akka ta'e eega beette,


Wonti gara afaanii seenu maruu gara gara'aa gadi lufee, nafa namaa keessaa akka bayu hin argitanii?


Yesuus itti aansee akkana jedhe: «Waan garaa namaa keessaa bayutu nama batteessa.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite