Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 15:15 - WAADAA LAMMATAA

15 Pheexroos ammoo deebisee, «Mammaaka kana nuu hiiki» jedheen.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

15 Phexiros garuu Yesusiin, «Hiikkaa fakkeenna nu hubachiis» jedheen.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

15 Pheexroos ammo deebisee, «Mammaaka kana nuu hiiki» jedheen.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 15:15
6 Referans Kwoze  

Achiin maayii Yesuus gumii dhiisee mana seene. Darasoonni isaallee gara isaa dhiyaatanii, «Mammaaka sinaana qonna qamadii keessaa nuu hiiki» jedhaniin.


Darasoonni kunoo amma addaataa dubata'aarta, womaa fakkeennaan hin dubbattu.


Banii keessaa gara manaa hennaa seene darasoonni isaa waan mammaaka sanii isa gaafatan.


Inni waa maraa mammaakaan isaanitti hime. Hennaa darasoota ufii woliin hojja jiran ammoo, inni waa maraa isaanii ibsa'aa ture.


Yesuus ammallee, «Hiikkaa namicha sanyii facaasuu maal akka ta'e dhagayaa'a.


Achiin maayessa Yesuus akkana jedhe, «Isinillee haga ammaa worra qaabii hin qabnee?


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite