Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 15:13 - WAADAA LAMMATAA

13 Yesuus ammoo deebisee, «Biqiltuun Abbaan kiyya ka sami'ii hin dhaabne maruu hin buqqa'a.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

13 Inni garuu akkana jechu'uun isaanii ni deebise, «Biqilttuun Abbaan kiyya ka sami'ii hin dhaabin marrinuu ni buqqifama,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

13 Yesuus ammo deebisee, «Biqiltuun Abbaan kiyya ka sami'ii hin dhaabne maruu hin buqqa'a.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 15:13
11 Referans Kwoze  

Damee daraaraa hin baafne ka na irra jiru maraa Abbaan kiyya kutee gata; ka daraaru maraa guddisee akka daraaru hin tottolcha.


Ka ana keessa hin jiraanne yoo jiraate, akka dame'e muramee gara diidaa gatama, hin goga; dameewwan akkasii wolitti qabamee ibiddatti gatamee gubama.


Isin gamoo Rabbiiti isa woliin waan hojjannuuf.


Achiin maayessa barattoonni gara isaa dhufanii, «Worri Fariisotaa waan ati jette haga dhagayan akka gufatan beettaa?» jedhaniin.


Jirmi woyini'ii ka dhuga'aa ana. Ka isa dhaabee guddisellee Abbaa kiyya.


Kunniin waamsa jaalalaa keessanitti yoo isin woliin waamaman, waamsa jaalalaa san xureessan. Isaan tissema ufii uf sooran. Isaan akka duumessa rooba hin qabnee, ka qilleensaan oofamuu, akka midhaan hennaa daraaree gawutti ija hin godhanne, akka muka gogee hiddaan buqqa'ee,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite