Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 15:10 - WAADAA LAMMATAA

10 Achiin maayessa Yesuus gumii gara ufii waamee, «Dhagayaa'a, hubadhalle'e:

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

10 Itti aansee'llee Yesus namoota gara isaa waamee akkana isaaniin ni jedhe, «Dhagayaa! Hubadha'llee!

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

10 Achiin maayessa Yesuus gumii gara ufii waamee, «Dhagayaa'a, hubadhalle'e:

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 15:10
13 Referans Kwoze  

Kanaaf nullee akkasuma guyyaa kana dhagenne irraa jalqabnee, fedha beekkomsa isaa ogummaa Ayyaanaa hubbannaa sammuu keessan maraa akka isinitti guutuuf waan keessaniif Rabbiin kadhachuu hin dhiifne.


Hennaa san kitaabban akka hubatan sammuu isaanii bane.


Abbaan ulfinnaa Rabbiin Abbaa keenna Yesuus Kirstoosii akka isin isa beettan, Ayyaana Ogumma'aatii fi mudhata akka isinii kennu Rabbiin kadhadha.


Yesuus ammallee, «Akkuma raagaan Daani'el dubbate, ‹Farra badi'ii› hulee woyyitti'ii dhaabatee yoo argitan, ka kana dubbisu haa hubatuu!


Namni dubbii jeennataa dhagayee yoo hubatuu baate, akka sanyii karaa keessatti facaafamtee ti. Hamtichi dhufee dubbii garaa isaa keessaa san facaafame keessaa guurata.


Isin keessaa namni ogummaa hin qabne, uduu hin komatin Rabbii arjumma'aan maraafuu kennu haa kadhatuu. Isaa hin kennamaa.


Baniin kun ajaja namaa akka seera Rabbiititti barsiisa'aa, ufii ammoo, duwwama na kaddaamani› ka jedhe dhuga'a» jedhe.


Wonti nama batteessu waan afaan namaa keessaa bayu malee, waan gara afaan namaa seenuu miti» isaaniin jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite