Wongeela Maatewos 14:9 - WAADAA LAMMATAA9 Mootiinillee hin gadde; Haata'uu ammoo waan dura kakatee fi namoota isa woliin jiraniif jedhee, mataa Yohaannisii muranii akka isi'ii kennan ajaje. Gade chapit laWaadaa Haarawa9 Nugusichi'llee waan kanaan ni gadde, haa ta'u malee waayee kakuu isaatii fi waayee namoota isaan woliin nyaataaf ta'anii jiranii qaani'iif jedhee, mataan Yohaannisii muramee akka kennamuuf ni ajaje. Gade chapit laKitaaba Woyyuu9 Mootiinillee hin gadde; Haa ta'uu ammo waan dura kakateef namoota isa woliin jiraniif jedhee, morma Yohaannisii muranii akka isi'ii kennan ajaje. Gade chapit la |