Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 14:8 - WAADAA LAMMATAA

8 Isiinillee haadhaan gorfamtee, «Ammuma mataa Yohaannisii cuupha'aa qorii keessa kaayii naa kenni» jette.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

8 Isiin'llee haadha isi'iitiin gorffamttee, «Mataa Yohaannisii cuupha'aa muriitii ammuma qori'iin naa kenni!» jetteen.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

8 Isiinillee haadhaan gorfamtee, «Ammuma morma Yohaannisii cuupha'aa qorii keessa kaayii naa kenni» jette.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 14:8
17 Referans Kwoze  

Mucattiinille baateeti haadhaan, «Maal kadhadhu?» jette; isiinillee, «Mataa Yohaannisii cuupha'aa kadhadhu» jetteen.


Kanaafuu Heroodiis waan isiin isa kadhatte maraa kennu'uufiif kaku'uun waadaa galeef.


Mootiinillee hin gadde; Haata'uu ammoo waan dura kakatee fi namoota isa woliin jiraniif jedhee, mataa Yohaannisii muranii akka isi'ii kennan ajaje.


Mataa isaallee muranii Qorii keessa kaayanii fidanii mucatti'ii kennan; Isiinillee fuutee gara haadha ufii fidde.


Yoma san daddaftee gara mooti'ii seentee, «Mataa Yohaannisii cuupha'aa amma qori'itti akka naa kennitu barbaada» jettee kadhatte.


mataa isaa qorii keessa kaayee fidee mucati'ii kenne. Mucattiinillee haadhatti kennite.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite