Wongeela Maatewos 14:25 - WAADAA LAMMATAA25 Halkan keessa gara iyya lukkuu lammaffa'aa Yesuus galaana irra deema'aa gara isaanii dhufe. Gade chapit laWaadaa Haarawa25 Halkan keessaa saa'aatii sagaliin duubatti Yesus garba ciisaa irra tarkaanfata'aa, gara barattoota isaa ni dhufe. Gade chapit laKitaaba Woyyuu25 Halkan keessa gara iyya lukkuu lammeesso'oo Yesuus galaana irra deema'aa gara isaanii dhufe. Gade chapit la |