Wongeela Maatewos 14:22 - WAADAA LAMMATAA22 Yesuus uduu gumii geegessa'aaru darasoonni isaa yabala keessa seenanii gara gamaa akka isa firrisanii bayan isaanitti hime. Gade chapit laWaadaa Haarawa22 Kanaan duubatti Yesus barattoota isaatiin, «Haga ani ummaticha geegessutti hoboloo yaabbadha'aa ana durssa'aatii gara gamaa ce'aa» jechu'uun, isaan ni ajaje. Gade chapit laKitaaba Woyyuu22 Yesuus uduu gumii geegessa'aaru darasoonni isaa yabala keessa seenanii gara gamaa akka isa firrisanii bayan isaanitti hime. Gade chapit la |