Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 14:21 - WAADAA LAMMATAA

21 Worri nyaate dubarti'ii fi ijoolleen uduu hin laakkayamin, dhiirti callaan kuma shan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

21 Namoonni nyaatan'llee dubartti'ii fi ijoolle'een alatti, kuma shanii ka gayan dhiirota turan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

21 Worri nyaate dubarti'ii fi ijoolleen uduu hin laakkayamin dhiirti callaan kuma shan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 14:21
8 Referans Kwoze  

Waandhi kiyyallee akkuma durummaa ulfinna Kiristoosiitiin waan isin barbaachisu maraa isinii guuta.


Haata'uu ammoo worra dubbii dhagayan keessaa heddutu amane. Laakkofsi dhiiraallee haga kuma shanii ta'e.


Isaan jidduu rakkataan tokkollee hin jiru lafa yookiin mana qaban maraa gurgura'aa gatii itti gurgurame fida'aa,


Yesuusillee, «Namoota akka taa'an godhaa'a» jedhe. Hulee san marga gudda'atu jira. Worri dhiiraa ka taa'an laakkofsi isaanii haga kuma shanii gaya.


Gumiin martinuu nyaatanii quufanii; hambaa irraa hafe, xoroshoo gindoo kudha lama guutuu fuudhan.


Yesuus uduu gumii geegessa'aaru darasoonni isaa yabala keessa seenanii gara gamaa akka isa firrisanii bayan isaanitti hime.


Worri xoroshoo san nyaatan dhiirti callaan kuma shan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite