Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 14:2 - WAADAA LAMMATAA

2 Hojjattoota ufiitiin, «Kun Yohaannisii cuupha'atu du'aa ka'eera. Kanaaf hujiin maalaleen kun isaan hojjatamte» jedhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

2 Tajaajilttoota isaatiin, «Kun Yohaanisii cuupha'aa, inni'llee du'aa ka'ee jira, wonittoonni baasaa kunniin karaa isaatiin ka raawwataman kanaaf» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

2 Hojjattoota ufiitiin, «Kun Yohaannisii cuupha'atu du'aa ka'eera; kanaaf hujiin maalaleen kun isaan hojjatame» jedhe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 14:2
7 Referans Kwoze  

Isaan deebisanii, «Gariin, ‹Yohaannis Cuupha'a› worri kuuwwan, ‹Eeliyaas› kuwwan ammoo, ‹Ermiyaas› yookiin raattota durii keessaa tokko ta'a siin jedhan» jedhaniin.


Namoonni hedduu gara isaa dhufanii, «Yohaannisi malkata tokkollee hin goone, haata'uu ammoo Yohaannis waan nama kanaa wonti dubbate maruu dhuga'a» jedhan.


Isaanillee, «Gariin Yohaannisii cuupha'a, gariin Eeliyaas, kuuwwan ammoo raattota keessaa tokko siin jedhan» jedhanii deebisaniif.


Dhugamaan isiniin jedha, worra dubartoota irraa dhalatan keessaa ka Yohaannis cuuphaa caalu hin argamne. Jeennata sami'ii keessatti ka maraa irraa gadiititu isa caala.


Bara san Yohaannisiin cuuphaan lafa gammoojjii biyya Yihuuda'aa keessatti, «Jeennanni sami'ii dhiyaatteerti cubbuu irraa deebi'aa!» jedhee lallaba'aa dhufe.


Gurri Yesuusii waan dhagayameeruuf, mootichi Heroodis waan kana dhagaye. «Yohaannisii cuupha'atu du'aa ka'eera; kanaafuu baafni kun isaan hojjatama'aara» jedhe.


Bulchaan kutaa arfaffa'aa Heroodis, waan ta'e san maraa dhagayee, Innillee, namoonni gari gariin Yohaannisii cuupha'atu worra du'an keessaa ka'eera.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite