Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 14:16 - WAADAA LAMMATAA

16 Yesuus ammoo, «Dhaquu isaan hin barbaachisu, isinuu waan nyaatan kenna'aaf!» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

16 Yesus garuu, «Isin waan nyaatan isaaniif kennaa malee, akkanumaan deemuun isaanii hin malu!» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

16 Yesuus ammo, «Dhaquu isaan hin barbaachisu; isinuu waan nyaatan kenna'aaf!» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 14:16
10 Referans Kwoze  

Yihuudaan waan korojoo qabatuuf, Yesuus ayyaanaaf waan barbaachisu akka bitu yookiin hiyyeeyyi'iif kennaa akka kennuuf gariin waan kanaaf jedhe isaanitti fakkaatee ture.


Innillee deebisee, «Ka uffata lama qabu ka biraatiif haa kennuu. Ka waan nyaatu qabullee akkasuma haa godhuu» jedhe.


Hennaa lafti dhiite, darasoonni gara isaa dhiyaatanii, «Lafti udume'e, laftillee dhiiteerti kanaaf gara gandootaa dhaqanii waan nyaatan akka bitatan gumii kana gad dhiisi» jedhaniin.


Isaanillee deebisanii, «Nu xoroshoo shanii fi qurxummii lamaa malee, asii womaa hin qabnu» jedhaniin.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite