Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 14:15 - WAADAA LAMMATAA

15 Hennaa lafti dhiite, darasoonni gara isaa dhiyaatanii, «Lafti udume'e, laftillee dhiiteerti kanaaf gara gandootaa dhaqanii waan nyaatan akka bitatan gumii kana gad dhiisi» jedhaniin.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

15 Yeroo dhiitetti'llee barattoonni isaa gara isaa dhiyaatanii, «Bakki kun gammoojji'i, guyyaan'llee dhiyee jira, kanaaf ummanni gara gandoota dhiyeenna jiranii deemee, nyaata isaanii akka bitataniif, isaan geegessi!» jedhaniin.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

15 Hennaa lafti dhiite, darasoonni gara isaa dhiyaatanii, «Lafti udume'e; hin dhiiteerti; kanaafuu gara gandootaa dhaqanii waan nyaatan akka bitatan gumii kana gad dhiisi» jedhaniin.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 14:15
7 Referans Kwoze  

Inni ammoo womaa isi'iif hin deebifne. Darasoonni isaallee dhufanii, «Isiin iyya'aa waan nu duukaa deema'aartuuf, isii uf irraa geegessi!» jedha'aa isa kadhatan.


Hennaa lafti dhiitetti darasoonni kudha lamaa isati dhiyaatanii, «Nu lafa udume'ee keessa waan jirruuf, gara naannoo ganda baadiyaa jiranii deemanii akka bulanii fi waan nyaatanillee akka argatan banii kana geggessi» jedhaniin.


Isaan keessaa gari gariin lafa fago'oo waan dhufaniiraniif uduu isaan waa hin nyaachifne gara manaa deema'aa galaa yoo jenne, karaa irratti laafanii kufan» jedheen.


Yesuusillee du'a Yohaannisii hennaa dhagaye, hulee sanii ka'ee hojja ufii yabalaan gara lafa udume'ee dhaqe.


Baniinillee akka inni deeme hennaa dhagayan, qachaa keessaa bayanii miilaan isa faanaa deeman. Yesuus yabala keessaa bayee banii heddu argee, isaaniif gaddee dhibamtoota isaaniillee fayyise.


Yesuus ammoo, «Dhaquu isaan hin barbaachisu, isinuu waan nyaatan kenna'aaf!» isaaniin jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite