Wongeela Maatewos 14:13 - WAADAA LAMMATAA13 Yesuusillee du'a Yohaannisii hennaa dhagaye, hulee sanii ka'ee hojja ufii yabalaan gara lafa udume'ee dhaqe. Gade chapit laWaadaa Haarawa13 Yesus du'uu Yohaannisii yeroo dhagayanitti hoboloo yaabbateeti gara bakka udume'ee tokko adda isaa ta'uuf ni deeme. Ummanni'llee kana yeroo dhagayanitti magaalaa maraa baya'aa, miilaan ni horddofaniin. Gade chapit laKitaaba Woyyuu13 Yesuusillee du'a Yohaannisii hennaa dhagaye, hulee sanii ka'ee hojja ufii yabalaan gara lafa udume'ee dhaqe. Gade chapit la |