Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 14:12 - WAADAA LAMMATAA

12 Darasoonni Yohaannisii cuupha'aa dhaqanii, reeffa isaa fidanii awwaalanii deebi'anii Yesuusitti odeessan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

12 Barattoonni Yohaannisii'llee dhufaniiti reeffa isaa fuudhanii ni awwaalan, dhaqanii'llee waan kana Yesusitti ni himan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

12 Darasoonni Yohaannisii cuupha'aa dhaqanii reeffa isaa fidanii awwaalanii deebi'anii Yesuusitti odeessan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 14:12
5 Referans Kwoze  

Namoonni Rabbiin faateffachu'uun jabaatan, Isxifaanoosii guddisanii booya'aa awwaalan.


Mataa isaallee muranii Qorii keessa kaayanii fidanii mucatti'ii kennan; Isiinillee fuutee gara haadha ufii fidde.


Yesuusillee du'a Yohaannisii hennaa dhagaye, hulee sanii ka'ee hojja ufii yabalaan gara lafa udume'ee dhaqe.


Darasoonnillee dhagayanii dhufanii reeffa isaa fuudhanii awwaalan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite