Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 14:11 - WAADAA LAMMATAA

11 Mataa isaallee muranii Qorii keessa kaayanii fidanii mucatti'ii kennan; Isiinillee fuutee gara haadha ufii fidde.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

11 Mataa murame'llee qori'iin fidanii mucatti'iif ni kennan, isin'llee fiddee haadha isi'iitiif ni kennite.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

11 Morma isaallee muranii qorii keessa kaayanii fidanii mucatti'ii kennan; Isiinillee fuutee gara haadha ufii fidde.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 14:11
12 Referans Kwoze  

Waan dhiiga woyyootaatii fi raattotaa jissaniif. Akkasuma dhiiga isaan obaafteerta. Waan isaan barbaachisuuf!» jedhee yoo dubbatu dhagaye.


Intalti dhiiga woyyootaatii fi dhiiga worra Kiristoosiin ragaa bayaniin machoofte arge; hennaa isii arge guddisee maalalfadhe.


Isiinillee haadhaan gorfamtee, «Ammuma mataa Yohaannisii cuupha'aa qorii keessa kaayii naa kenni» jette.


Innillee nama gara mana hidha'aatitti ergee, mataa Yohaannisii mursiise.


Darasoonni Yohaannisii cuupha'aa dhaqanii, reeffa isaa fidanii awwaalanii deebi'anii Yesuusitti odeessan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite