Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 14:10 - WAADAA LAMMATAA

10 Innillee nama gara mana hidha'aatitti ergee, mataa Yohaannisii mursiise.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

10 Kanaaf gara mana hidha'aa nama ergee mataa Yohaanisii mana hidha'aa titti, ni murssiise.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

10 Inni nama gara mana hidha'aatitti ergee, morma Yohaannisii mursiise.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 14:10
12 Referans Kwoze  

Haata'uu ammo, Ani akkana isiniin jedha; Eeliyaas duraanuu dhufeera, namoonni isa hin beenne, akkuma fedha isaanii isa godhan. Maarre Ilmi Namaallee harka isaaniititti hin rakkata» isaaniin jedhe.


Ragaa isaanii haga raawwataniin maayii bineensa ashuutee bawu woliin wol lolan. Mooyatee isaan ajjeesa.


Heroodisillee, Yohaannis ka ani morma isaa mursiise. Namni ani amma waan isaa dhagayu kun eennu? jedhee isa kana argu'uuf barbaada'aa ture.


Ani ammoo akkana isiniin jedha, Eeliyaas dhufeera, akkuma waan isaatiif barreeffame, waanuma fedhan maraa isa irratti godhan» isaaniin jedhe.


Mootiinillee hin gadde; Haata'uu ammoo waan dura kakatee fi namoota isa woliin jiraniif jedhee, mataa Yohaannisii muranii akka isi'ii kennan ajaje.


Mataa isaallee muranii Qorii keessa kaayanii fidanii mucatti'ii kennan; Isiinillee fuutee gara haadha ufii fidde.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite