Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 13:8 - WAADAA LAMMATAA

8 Sanyiin kuun lafa mishaa irra bu'e, gariin dhibba, gariin jahaatama, gariin gumaa soddoma daraare.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

8 Sanyiin bira'aa'llee lafa mishaa irratti bu'ee biqileeti, firii baayi'ee ni daraare, tokko dhibba, tokko jahaatama, tokko'llee firii soddomaa ni kenne.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

8 Sanyiin kuun lafa mishaa irra bu'e; gariin dhibba, gariin jahaatama, gariin gumaa soddoma daraare.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 13:8
11 Referans Kwoze  

Sanyii lafa mishaa irratti bu'e ammoo worra dubbii Rabbii dhagayanii, amanamuuma'aaf mishumma'aan fudhatanii obsaan sanyii daraaraniiti.»


Sanyiin lafa mishaa irratti facaafame sun ammoo, nama dubbii Rabbii dhagayee hubatu fakkaata. Innillee daraaraa hin daraara. Tokko dhibba, tokko jahaatama, tokko soddoma godhata.»


Uduu daraaraa heddu godhattanii darasoota kiyya taatani, Abbaan kiyya kanaan kabajjama.


Na keessa jechuun namummaa kiyya ka foonii keessa wonti michuun akka hin jirre hin beeka. Halcha uf keessaa qaba. Haata'uu ammoo waan mishaa godhuu hin danda'u.


Sanyiin gariin qoree keessa bu'e, qoreenillee guddatee hudheen.


Ka biraa ammoo lafa mishaa irratti bu'ee mutee guddatee, sanyii kenne. Gariin soddoma, gariin jahaatama, gariinillee sanyii dhibba kenne.»


Sanyiin lafa mishaa irratti bu'e ammoo, mammaaka worra dubbii Rabbii dhagayanii fudhatanii, gariin sanyii soddoma, gariin sanyii jahaatama, gariinillee sanyii dhibba godhatan» jedhe.


Ka biraa ammoo lafa biyyee mishaa irratti bu'ee hennaa mute, dachaa dhibba daraare» jedhe. Yesuus hennaa dubbii kana dubbatee fixe, «Gurra dhagayu ka qabu haa dhagayuu!» jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite