Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 13:7 - WAADAA LAMMATAA

7 Sanyiin gariin qoree keessa bu'e, qoreenillee guddatee hudheen.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

7 Sanyiin bira'aa'llee lafa ximirroo qore'ee jidduu ni bu'e, qoreen ximmirroon'llee guddateeti, biqillittuu sanyi'ii hudhee ni hanbiseen.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

7 Sanyiin gariin qoree keessa bu'e; qoreen guddatee hudheen.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 13:7
8 Referans Kwoze  

Sanyiin qoree edduu bu'e sun nama dubbii dhagayu, ka ammoo yaanni adunyaa tanaatii fi jaalalli durumma'aa isa sobee dubbii Rabbii waan hin hubanneef ka sanyii hin godhanne ta'a.


Hennaa aduun itti baate ammoo qoortee; Hidda gad fagaate waan hin qabneef godde.


Sanyiin kuun lafa mishaa irra bu'e, gariin dhibba, gariin jahaatama, gariin gumaa soddoma daraare.


Ka biraallee qoree eddu'utti bu'ee sanyii hin godhanne.


Ka biraa qoree keessatti bu'e qoreen woliin mutee hudhee qabe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite