Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 13:57 - WAADAA LAMMATAA

57 Kanaaf isaan isa tuffatan. Yesuus ammoo isaaniin, «Raanni tokko biyya biraatitti malee, biyya ufiitii fi mana ufii keessatti ulfinna hin argatu» jedhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

57 Waayee kanaan'llee isaan gufatanii uduu ufitti hin fudhatin ni hafan. Yesus garuu, «Nabiyyiin ka hin kabajaminne biyya isaatii fi mana isaa qofatti» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

57 Kanaaf isaan isa tuffatan. Yesuus ammo isaaniin, «Raanni tokko biyya biraatitti malee biyya ufiitii fi mana ufii keessatti ulfinna hin argatu» jedhe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 13:57
19 Referans Kwoze  

Inninuu, «Raanni biyya ufiititti akka hin kabajjamne» dubbateera.


Hiyyeeyyi'iifillee Oduun Nagayaa hin lallabama. Namni waan kiyya hin mamne maruu ka eebbifame.


Lammaffaallee, «Ani dhugamaan isinitti hima, raattichi kamuu biyya ufiititti fudhatama hin qabu.


Yesuus ammoo darasoonni waan kanaaf akka gururi'an garaa ufii keessatti beekee, akkana isaaniin jedhe, «Kun isin gufachiisaa?


«Kun Yesuusii ilma Yooseefii ka haadhaa fi abbaa isaa beennu mii? Eeganaa attamitti, ‹Sami'ii bu'e› jedha ree?» jedhan.


Namni na mamee hin gufanne ka eebbifame!» isaaniin jedhe.


Gurri Yesuusii waan dhagayameeruuf, mootichi Heroodis waan kana dhagaye. «Yohaannisii cuupha'atu du'aa ka'eera; kanaafuu baafni kun isaan hojjatama'aara» jedhe.


Inni ogeessa muka bocu, ilma Maariyaamiitii mii? Ilmaan haadhaallee Yaaqoob, Yooseef, Yihuuda'aa fi Simoon fa'aa mii? intallan haadhaallee as nu bira jiranii mii?» jedhanii tuffatanii isa didan.


Sababa amanuu dhabuu isaaniitiif, Inni baasota hedduu achitti hin hojjanne.


Yesuus achiillee bayee gara qachaa ufii dhaqe; darasoonnillee isa faanaa deeman.


Yesuusillee, «Raanni tokko biyya biraatitti malee, biyya ufii, fira ufiitii fi mana ufiititti hin kabajjamu» isaaniin jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite