Wongeela Maatewos 13:54 - WAADAA LAMMATAA54 Gara biyya ufiititti deebi'ee Mana sagada Yihuudotaa seenee haga isaan isa maalalanitti isaan barsiisa'aa ture. Isaanillee, «Namichi kun oggummaa kanaa fi hunna maalalee kana ittiin hojjatu eessaa argate?» jedhan. Gade chapit laWaadaa Haarawa54 Gara biyya isaa gara magaalaa Naazireetii dhufee bakkeewwan wolgayii isaanii titti, ummata ni barsiisa ture, worri isa dhageeffatan marri'llee maalalffachu'uun akkana ni jedhan turan, «Naminni kun ogummaa kanaa fi hujii maalale'ee kana garamii fide? Gade chapit laKitaaba Woyyuu54 Gara biyya ufiititti deebi'ee Mana sagada Yihuudotaa seenee haga isaan isa maalalanitti isaan barsiisa'aa ture. Isaanillee, «Namichi kun oggummaa kanaa fi hunna maalalee kana ittiin hojjatu eessaa argate? Gade chapit la |