Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 13:53 - WAADAA LAMMATAA

53 Yesuusillee mammaaka kanniin haga fixeen maayessa achii ka'ee deeme.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

53 Yesus'llee fakkeennota kanniiniin dubbatee eega xumureen duubatti, bakka sanii ni lixe.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

53 Yesuus mammaaka kanniin haga fixeen maayessa achii ka'ee deeme.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 13:53
4 Referans Kwoze  

Yesuus hennaa dubbii kana dubbatee fixe, gumiin barumsa isaa hin baaseffate.


Akkana jedheeti mammaakaan waan hedduu isaanitti himuu jalqabe, «Caqasaa'a! Namichi tokko sanyii facaasu'uuf baye.


«Kanaafuu barsiisaan seeraa ka dhossaa jeennata sami'ii sirri'itti beeku, abbaa manaa ka mana ufii keessaa mi'a haarawaa fi moofaa gad baasu fakkaata.»


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite