Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 13:51 - WAADAA LAMMATAA

51 Yesuus, «Kana maraa hubattaniirtu?» jedhee isaan gaafate. Isaanillee deebisanii, «Ee» jedhan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

51 Dabalee'llee Yesus, «Waan kana mara hubattanii jirttanii ree?» isaaniin jedhe. Isaan'llee, «Ee, yaa Gooftaa!» jedhan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

51 Yesuus, «Kana maraa hubattaniirtuu?» jedhee isaan gaafate. Isaanillee deebisanii, «Ee» jedhan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 13:51
13 Referans Kwoze  

Inni waa maraa mammaakaan isaanitti hime. Hennaa darasoota ufii woliin hojja jiran ammoo, inni waa maraa isaanii ibsa'aa ture.


Namni dubbii jeennataa dhagayee yoo hubatuu baate, akka sanyii karaa keessatti facaafamtee ti. Hamtichi dhufee dubbii garaa isaa keessaa san facaafame keessaa guurata.


Yesuus deebisee akkana isaaniin jedhe, «Dhossaa jeennata sami'ii beekuun isinii kennameera. Isaaniif ammoo hin kennamne.


Ilmi Rabbii akka dhufeef waan dhugaa ta'e akka beennuuf hubannaa akka nuuf kenne hin beenna. Nullee Rabbii dhuga'aatii fi ilma isaa Yesuus Kiristoosiin keessa jira. Inni Waaqa dhuga'aatii fi jireenna bara baraati.


Inni, «Isinillee kana maraa worra hin qalbeeffannee? diidaa gara afaanii ka seenu sirimaa akka nama hin batteessine hin argitanii?


Yesuus ammallee, «Akkuma raagaan Daani'el dubbate, ‹Farra badi'ii› hulee woyyitti'ii dhaabatee yoo argitan, ka kana dubbisu haa hubatuu!


raacitii Fariisotaatii fi Saduqootaa irraa akka uf eeggattan ka jedhe waan xoroshoo attamii akka ta'e attamitti hin hubanne?


Wonti gara afaanii seenu maruu gara gara'aa gadi lufee, nafa namaa keessaa akka bayu hin argitanii?


Hulee isaan booya'aa ilkaan itti qaran, qilee ibiddaatitti gatan» jedhe.


«Kanaafuu barsiisaan seeraa ka dhossaa jeennata sami'ii sirri'itti beeku, abbaa manaa ka mana ufii keessaa mi'a haarawaa fi moofaa gad baasu fakkaata.»


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite