Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 13:5 - WAADAA LAMMATAA

5 Sanyiin kuun lafa dhaga'aa ka biyyee guddaa hin qabne irra bu'e; Biyyee gayaa waan hin qabneef yoma san mute.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

5 Sanyiin bira'aa bakka biyyeen baayi'een hin jirre, lafa dhaga'aa irra ni bu'e, laftti'llee biyyeen baayi'een waan irra hin jirreef gad fageenna hin qabu ture, kanaaf sanyiin bakkumatti ni baye.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

5 Sanyiin kuun lafa dhaga'aa ka biyyee guddaa hin qabne irra bu'e; Biyyee gayaa waan hin qabneef yoma san mute.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 13:5
9 Referans Kwoze  

Sanyiin dhakaa irratti facaafame, akka nama dubbii dhagayee yoma san gammachu'uun fudhatuu ti.


Innillee uduu facaasu, sanyiin gariin karaa keessa bu'e. Simbirroonnillee dhufanii qocatanii nyaatan.


Hennaa aduun itti baate ammoo qoortee; Hidda gad fagaate waan hin qabneef godde.


Ka biraallee lafa biyyee guddaa hin qabne ka jalli isaa dhaka'aa irra bu'e; biyyeen gadi fageenna waan hin qabneef yoma san mute.


Sanyiin lafa dhagaa irratti harca'e, mammaaka worra dubbii Rabbii akkuma dhagayaniin gammachu'uun fudhatanii ti.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite