Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 13:48 - WAADAA LAMMATAA

48 Hennaa siiboon guuttamte, isaan gara qaccee galaanaa baasan. Taa'anii qurxummii mishaa keessaa guuraniiti keeshee keessa kaayan. Badaa ammoo hin gatan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

48 yeroo guutamttetti'llee qurxummii qabddoonni gara maddii garba ciisa'aa titti harkisanii ni baasaniin, taa'anii'llee qurxummii mishaa mishaa keessaa filanii meeshaa keessa ni kaayan, badaa garuu achi ni gatan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

48 Hennaa siiboon guuttamte, isaan gara qaccee galaanaa baasan. Taa'anii qurxummii mishaa keessaa guuraniiti keeshee keessa kaayan; badaa ammo hin gatan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 13:48
6 Referans Kwoze  

Haga hennaa haama'aatitti woliin haa guddatuu. Hennaa haamaan gaye, Ani worra haamuun, akka gubamuuf dura sinaana buqqisa'aa qixira qixira'aan hidhaa'a, qamadii ammoo gootaraa kiyyatti galchaa'a› jedhaan» jedhe.


Inni Manshii harkaa qaba. Oyiddillee sirritti qulqulleessa. Qamadii gootara'atti galcha. Buraa ammoo ibidda bobayee hin dhaamne keessatti guba».


Qarqara galaana Galiila'aatiin uduu lufa'aaru obboleeyyan lamaan, Simoonii ka Pheexroos jedhamee fi Indiriyaas obboleessi Simoonii hennaa isaan siiboo gara galaanaa darban arge; Isaan worra qurxummii qaban.


«Ammallee, jeennanni sami'ii siiboo gara galaanaa darbamtee, qurxummii adda addaa wolitti qabdu fakkaatti.


Hennaa dhuma adunyaa tanaa akkana ta'a. Maleekkonni dhufanii, cubbamootaa fi qajeellota adda baasan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite