Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 13:47 - WAADAA LAMMATAA

47 «Ammallee, jeennanni sami'ii siiboo gara galaanaa darbamtee, qurxummii adda addaa wolitti qabdu fakkaatti.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

47 Itti aansee'llee Yesus akkana ni jedhe, «Akkuma kanaan Mootummaan Sami'ii tabbaarrii gara garba ciisa'aa titti darbamtte ni fakkaatti, isiin'llee bifa maraan qurxummii ta wolitti qabddu,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

47 «Ammallee, jeennanni sami'ii siiboo gara galaanaa darbamtee, qurxummii adda addaa wolitti qabdu fakkaatti.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 13:47
33 Referans Kwoze  

Ka ana keessa hin jiraanne yoo jiraate, akka dame'e muramee gara diidaa gatama, hin goga; dameewwan akkasii wolitti qabamee ibiddatti gatamee gubama.


«Maleekkaa woldaa Kirstaanaa ta Sardeesiin keessa jirtuuf akkana jedhii barreessi. Ayyaanota Rabbii torbanii fi ka urjoota torbaa harkaa qabu akkana jedha. «Hujii kee hin beeka; ati maqamaaf jirta malee duuteerta.


Yesuusillee, ‹ «Na faanaa koottaa worra nama wolitti qabu akka taatan isin taasisa» isaaniin jedhe.


Haata'uu ammoo, garboota nu godhatu'uuf wolabummaa karaa Kiristoosiitiin arganne san gaadu'uuf obboloonni sobduun dhossa'aan hulluuqanii nu keessa seenan.


Hennaa hedduu karaa deeme, sodaa lagaa, sodaa saamtu'uutiin, sodaa gosa kiyyaa, sodaa worra Yihuudii hin taanee, sodaa qachaa keessaa, sodaa lafa gammoojji'ii, sodaa galaanaa, sodaa kijiba obbolootaa fa'aan sodaata'aa ture.


Akkasuma ammoo hiriyyoota Simoon worri turan, ilmaan Zabdewoosii Yaaqoobii fi Yohaannisillee hin maalalan. Yesuusillee Simooniin, «Hin sodaatin! ammaa achi nama nama qabu taataa» jedheen.


Yesuus isaaniin, «Na faana koottaa'a! Ani worra namoota qabdan isin taasisaa» jedheen.


Isin biratti worri qoraman akka saaxilaman isin jiddu'utti akkasuma ta'uun giddi'i.


Damee daraaraa hin baafne ka na irra jiru maraa Abbaan kiyya kutee gata; ka daraaru maraa guddisee akka daraaru hin tottolcha.


Akkasuma Yesuus, «Jeennanni sami'ii qabeenna lafa keessatti dhoffamte, ka namni tokko argee deebisee dhosse fakkaatti; namichi kana argee haga dhosseen maayessa gammada'aa deemee waan qabu maraa gurguree maasaa san bitate.


Daldalaan sun mi'a gatii gudda'aa takka hennaa arge deemee waan qabu maraa gurguree isii bitate.


Hennaa siiboon guuttamte, isaan gara qaccee galaanaa baasan. Taa'anii qurxummii mishaa keessaa guuraniiti keeshee keessa kaayan. Badaa ammoo hin gatan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite