Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 13:45 - WAADAA LAMMATAA

45 «Ammallee, jeennanni sami'ii daldalaa mi'a mishaa bitatu'uuf soqu fakkaatti.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

45 Deebi'ee'llee Yesus akkana ni jedhe, «Deebi'ee'llee Mootummaan Sami'ii daldalaa dooqa michuu bitu'uuf barbaadu fakkaatti,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

45 Yesuus ammallee akkana jedhe, «Jeennanni sami'ii daldalaa mi'a mishaa bitatu'uuf soqu fakkaatti.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 13:45
14 Referans Kwoze  

Namni bu'aa adunyaa tanaa maraa yoo argate, lubbuu ufii ammoo yoo balleeffate maal isaa godha? yookiin namni gatii lubbuu ufiitiif maal kenna?


Yesuus mammaaka biraallee isaanitti mammaake, «Jeennanni Rabbii nama qonna isaa keessatti sanyii mishaa facaaseen wol fakkaatti.


Worri waamaman sun ammoo lash jedhanii, tokko gara qonna ufii, kuun gara daldala ufii deeme;


«Waan woyyoome sariinii hin kenninaa'a; isinitti garagalanii isin ciniinanii. Meeshaa keessan ka gatii mi'a'aa booyyota afoo hin buusinaa'a!»


Daldalaan sun mi'a gatii gudda'aa takka hennaa arge deemee waan qabu maraa gurguree isii bitate.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite