Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 13:43 - WAADAA LAMMATAA

43 Hennaa san qajeellonni jeennata Abbaa isaanii keessatti akka adu'uu ifan. Namni gurra dhagayu qabu haa dhagayuu.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

43 Worri qulqullaayotaa garuu Mootummaa Abbaa isaanii keessatti, akka adu'uu titti ni ifan, ka gurra dhagayu qabu haa dhagayu!»

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

43 Hennaa san qajeellonni jeennata Abbaa ufii keessatti akka adu'uu ifan. Namni gurra dhagayu qabu haa dhagayuu.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 13:43
14 Referans Kwoze  

Isin gumii diqqoo'o, abbaan keessan jeennata isinii kennu'uuf fedhii mishaa isaa waan ta'eef hin sodaatinaa'a.


Ka Gurra dhagayu qabu haa dhagayuu.


Worra mirga isaa jiraniin, mootichi akkana jedhaan, isin eebbifamtoota abbaa kiyyaa koottaa'a; Hennaa biyyi lafaa uumame irraa jalqabee jeennata isinii qophaaye dhaalaa'a.


Obboleeyyan jaalatamtoota dhagayaa'a, Rabbi akka amanta'aan dureeyyii ta'aniif, akka isaan jeennata inni worra isa jaalataniif waadaa gale san galaniif hiyyeessota adunyaa tanaa filateeraa mii?


Kanaaf obboleeyyan tiyya! Jaalatamtoota dadhabbiin keessan, Goofta'aan duwwaa akka hin taane, waan beettaniirtaniif, worra midhaaffatan ka hin sochoone worra hujiin Goofta'aa hennaa maraa isinii baay'ate ta'aa'a.


Akkuma abbaan kiyya na muude Anillee ammoo mootummaa kiyya keessatti hurbaata kiyya nyaataa dhugaa gosa Isiraa'elii kudha lamaan irratti akka murteessitan teessoo mootummaa irra akka teettan isin muudeera.»


Haata'uu ammoo akkana isiniin jedha, jeennata Abbaa kiyyaa keessatti isin woliin ammaa achi haga guyyaa daadhii woyini'ii dhuguutitti adha irraa jalqabee deebi'ee isin woliin hin dhugu» isaaniin jedhe.


daaree, daara na baaftaniirtan, dhibamee na gaafattaniirtan, hidhameellee na gaafattaniirtan.


Ka gurra dhagayu qabu yoo jiraate haa dhagayuu.»


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite