Wongeela Maatewos 13:4 - WAADAA LAMMATAA4 Innillee uduu facaasu, sanyiin gariin karaa keessa bu'e. Simbirroonnillee dhufanii qocatanii nyaatan. Gade chapit laWaadaa Haarawa4 Yoo facaasutti'llee sanyiin tokko tokko karaa biratti bu'eeti, sinbirroonni dhufanii ni nyaatan. Gade chapit laKitaaba Woyyuu4 Inni uduu facaasu sanyiin gariin karaa keessa bu'e. Simbirroonnillee dhufanii qocatanii nyaatan. Gade chapit la |