Wongeela Maatewos 13:39 - WAADAA LAMMATAA39 Sinaanni sun ammoo ijoollee hammeeyyi'ii ti. Diinni sinaana facaase daabiloos. Haamaan dhuma biyya lafaa ti; worri haamu maleekkota Rabbiiti. Gade chapit laWaadaa Haarawa39 Ingirdaada ka facaase sheexana diina ta'e, callaan muummee biyya lafaati, haamittonni maleyikkoota, Gade chapit laKitaaba Woyyuu39 Sinaanni sun ammo ijoollee hammeeyyi'iiti. Diinni sinaana facaase daabiloos. Haamaan dhuma biyya lafaati; worri haamu maleekkota Rabbiiti. Gade chapit la |
Heenokiin yoo Aadamiin irraa jalqabnee laakkofne torbaffa'aa; waan cubbuu isaan godhan maraaf, «Gooftaan akka maraa irratti murteessu, waan worri hammeeyyiiniif cubbamoonni isa irratti dubbatan waan gar-jabeenna maraatiif cubbamootatti murteessu'uuf woyyoota shikitaa woliin dhufeera» jedhee isaanitti raaga dubbateera.