Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 13:36 - WAADAA LAMMATAA

36 Achiin maayii Yesuus gumii dhiisee mana seene. Darasoonni isaallee gara isaa dhiyaatanii, «Mammaaka sinaana qonna qamadii keessaa nuu hiiki» jedhaniin.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

36 Kanaan duubatti Yesus ummata geegessee gara manaa ni aseene, barattoonni isaa'llee gara isaa dhiyaatanii, «Hiikkaa fakkeenna ingirdaadaa qonnaa nu hubachiis!» jedhaniin.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

36 Achiin maayii Yesuus gumii dhiisee mana seene. Darasoonni isaallee gara isaa dhiyaatanii, «Mammaaka sinaana qonna qamadii keessaa nuu hiiki» jedhaniin.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 13:36
13 Referans Kwoze  

Banii keessaa gara manaa hennaa seene darasoonni isaa waan mammaaka sanii isa gaafatan.


Yoosuu uduu Yesuus banii geegessa'aaru darasoonni yabala keessa seenanii gara Beetasayida'aa firrisanii akka lufan isaan ajaje.


Yesuus deebisee akkana isaaniin jedhe, «Dhossaa jeennata sami'ii beekuun isinii kennameera. Isaaniif ammoo hin kennamne.


Guyyaa san Yesuus manaa bayee galaana Galiila'aa bira taa'e.


Hennaa inni gara manaa seene, balloonni gara isaa dhufan; Yesuusillee, «Akka Ani kana godhuu danda'u hin amantanii?» jedhee isaan gaafate. Isaanillee, «Ee, Gooftaa kiyya!» jedhaniin.


Yesuus gumii haga geegesseen maayessa, yabala keessa seenee gara biyya Maqidooniya'aa dhufe.


Yesuus uduu gumii geegessa'aaru darasoonni isaa yabala keessa seenanii gara gamaa akka isa firrisanii bayan isaanitti hime.


Inni waa maraa mammaakaan isaanitti hime. Hennaa darasoota ufii woliin hojja jiran ammoo, inni waa maraa isaanii ibsa'aa ture.


Yesuus ammallee, «Hiikkaa namicha sanyii facaasuu maal akka ta'e dhagayaa'a.


Namichi sanyii facaasee biraa lixe. Hennaa namoonni rafan ammoo, diinni dhufee qamadii keessatti sinaana facaasee deeme.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite