Wongeela Maatewos 13:34 - WAADAA LAMMATAA34 Yesuus mammaakaan waan kana maraa gumi'itti dubbate; mammaakaan malee waan tokkollee isaanitti hin dubbanne. Gade chapit laWaadaa Haarawa34 Yesus waan kana mara fakkeennaan ummatatti ni dubbate, fakkeenna malee womaayyuu isaanitti hin dubbanne. Gade chapit laKitaaba Woyyuu34 Yesuus mammaakaan waan kana maraa gumi'itti dubbate; mammaakaan malee waan tokkollee isaanitti hin dubbanne. Gade chapit la |