Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 13:33 - WAADAA LAMMATAA

33 Yesuus ammallee mammaaka biraa isaanitti mammaake, «Jeennanni sami'ii raacitii dubartiin takka fuutee daakuu ganaa sadihiitiin wolitti mattee ta daakuu san maraa bukeessitu fakkaatti» jedhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

33 Dabalee'llee Yesus fakkeenna kana isaanitti ni hime, «Mootummaan Sami'ii daakuu kurree sadihii ka dubarttiin takka fiddee shiisha'aan wolitti bukeessite fakkaatti, shiishaan'llee miciqaan marri akka bukaayu ni taasise.»

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

33 Yesuus ammallee mammaaka biraa isaanitti mammaake, «Jeennanni sami'ii raacitii dubartiin takka fuutee daakuu ganaa sadihiitiin wolitti mattee ta daakuu san maraa bukeessitu fakkaatti» jedhe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 13:33
19 Referans Kwoze  

Raacitiin diqqoon duukkuussii maraa hin buukeessa.


Raacitii dubartiin takka fuutee daakuu kooboo sadihiititti safartee haga bukaawutti wolitti matte fakkaatti» jedhe.


Badhaadhumma'aa fi beekkomsa Gooftaa keennaa Yesuus Kiristoosiitiin guddadhaa'a. Isaaf ammallee baraa haga bara baraa ulfinni haa ta'u! Amiin.


Ulfinnaa fi galanni Rabbiif, daraaraan qajeellumma'aa ka Yesuus Kiristoosiin irraa argamu isin keessa guutee, guyyaa gaafa Kiristoos dhufuutitti qophooftanii, qajeellootaa fi mudaa malee akka taataniif waan mishaa qorattanii akka jaalattan, jaalalti teessan beekkomsaa fi hubannaa maraan ka duraa caalaa guddatee akka badhatu ani kana isinii kadhadha.


Ka isiniin hujii mishaa jalqabe, haga guyyaa Yesuus Kiristoos deebi'ee dhufutti akka raawwatu kana waan hubadheeruuf.


Damee daraaraa hin baafne ka na irra jiru maraa Abbaan kiyya kutee gata; ka daraaru maraa guddisee akka daraaru hin tottolcha.


Uduu Gooftaan guyyoota san gabaabsuu dhabaatee, namni tokkollee hin hafu. Haata'uu ammoo Banii ufii filateef jedhee, inni guyyaa san gabaabse.


Yesuus mammaaka biraallee isaanitti mammaake, «Jeennanni Rabbii nama qonna isaa keessatti sanyii mishaa facaaseen wol fakkaatti.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite