Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 13:32 - WAADAA LAMMATAA

32 Isiin sanyii maraa irra hin diqqaatti, Hennaa guddatte ammoo mukkiin maraa caalti. Muka dameewwan isi'ii irratti Sinbirroonni dhufanii itti quphatan taati» jedhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

32 Isiin'llee sanyii maraa irra ta diqqaatte, yeroo guddatetti garuu biqilttuuwwan maraa ni caaltti, muka guddaa'llee ni taati, Sinbirroonni'llee dhufanii dameewwan mukichaa irratti mandheewwan isaanii ijaaratanii, irratti ni quphatan.»

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

32 Isiin sanyii maraa irra hin diqqaatti; Hennaa guddatte ammo mukkiin maraa caalti. Muka dameewwan isi'ii irratti Simbirroonni dhufanii itti quphatan taati» jedhe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 13:32
20 Referans Kwoze  

Isaanillee hennaa dhagayan Rabbiin galatoonfatanii akkana isaan jedhan; Obboleessa keenna, Yihuudota jiddu'utti amananiiran ka laakkofsa hin qabne, meeqa akka ta'an arga'aartaa isaan maruu worra seeraaf hinaafan.


Maleekkaan torbaffa'aa xurumbaa afuufe. Sami'itti, «Mootummaan adunya'aallee ta Gooftaa keennaa Kiristoosiiti. Inni baraa haga bara baraa mooya» laagaan guddaan jedhu dhagayame.


Ji'a sanniin keessa Pheexroosii fi namoota dhibbaa fi diddamaa obboleeyyan isa woliin jiran wodhakkaa dhaabateeti akkana jedhe.


Yesuus akkana jedhe: «Jeennata Rabbii maali'iin wol fakkeessina? Yookiin mammaaka attamiitiin himna?


Hennaa facaafamte muttee guddatti; biqiltuu maraa ta caaltu taati; dameewwan gugurdaa baafatti. Simbirroonnille dhufanii gaaddisa damee isi'ii jalatti maandhee ijaaratan.» jedhe.


Achiin maayessa Yesuus, «Jeennanni Rabbii maal fakkaatti? Anillee maali'iin wol fakkeessa?» jedhee gaafate.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite