Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 13:30 - WAADAA LAMMATAA

30 Haga hennaa haama'aatitti woliin haa guddatuu. Hennaa haamaan gaye, Ani worra haamuun, akka gubamuuf dura sinaana buqqisa'aa qixira qixira'aan hidhaa'a, qamadii ammoo gootaraa kiyyatti galchaa'a› jedhaan» jedhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

30 Kanaaf isaan dhiisa'aan, haga yeroo calla'aa titti qamadi'ii fi ingirdaan'llee wolumaan haa gudatan, yeroo calla'aa titti haamittotaan ingirdaada durssa'aatii buqqisaa, ibiddaan akka gubatuuf'llee nadoon hidhaa, qamadii garuu wolitti qaba'aatii gootaraa kiyyatti galchaa› isaaniin ni jedhe.»

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

30 Haga hennaa haama'aatitti woliin haa guddatuu. Hennaa haamaan gaye Ani worra haamuun, akka gubamuuf dura sinaana buqqisa'aa qixira qixira'aan hidhaa'a, qamadii ammo gootaraa kiyyatti galchaa'a› jedhaan» jedhe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 13:30
20 Referans Kwoze  

Inni Manshii harkaa qaba. Oyiddillee sirritti qulqulleessa. Qamadii gootara'atti galcha. Buraa ammoo ibidda bobayee hin dhaamne keessatti guba».


Cubbuun namoota gari gari'ii addaata'a; murtii waan mudhisuuf; kaawwan ammo faanaa deema.


Kanaafuu ka dukkana keessatti dhokate akkasuma gara ifaa ka baasu ka gorsa onne'eellee ibsu Gooftaan haga dhufuutti hennaan uduu hin geenne waan tokkollee hin murteessinaa'a. Hennaa san isaan maraafuu galanni Rabbiin biraa ta'a.


Ka ana keessa hin jiraanne yoo jiraate, akka dame'e muramee gara diidaa gatama, hin goga; dameewwan akkasii wolitti qabamee ibiddatti gatamee gubama.


Worri Yihuudota hin taane maruu afoo isaatitti wolitti qabaman; akkuma tisseen Hoolotaa fi Re'iin addaan fooyu, innillee akkasuma namoota addaan fooya.


Manshiinillee harka isaa keessa jira. Oyidiillee sirima hin qulqulleessa. Qamadii gaaguratti galcha. Buraa ammoo ibidda hin dhaamnetti gata» isaaniin jedhe.


Hennaa san worra bitaa irra jiraniin ammoo, ‹Isin worra abaarame na biraa fagaadhaa'a; gara ibidda bara baraa ka seexanaa fi ergamtoota isaatiif qophaayeetitti deemaa'a! isaaniin jedhe.


Namichi sanyii facaasee biraa lixe. Hennaa namoonni rafan ammoo, diinni dhufee qamadii keessatti sinaana facaasee deeme.


Inni ammoo deebisee, ‹Lakkaa'a sinaana hennaa guurtan qamadiin akka woliin hin buqqaane dhiisaa'a!


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite