Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 13:29 - WAADAA LAMMATAA

29 Inni ammoo deebisee, ‹Lakkaa'a sinaana hennaa guurtan qamadiin akka woliin hin buqqaane dhiisaa'a!

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

29 Inni garuu akkana jechu'uun isaanii ni deebisee, ‹hin ta'u ingirdaadicha yoo buqqifttanitti qamadii'llee woliin ni buqifttan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

29 Inni ammo deebisee, ‹Lakkaa'a sinaana hennaa guurtan qamadiin akka woliin hin buqqaane dhiisaa'a!

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 13:29
3 Referans Kwoze  

Namichi sanyii facaasee biraa lixe. Hennaa namoonni rafan ammoo, diinni dhufee qamadii keessatti sinaana facaasee deeme.


Innillee deebisee, ‹Kana ka godhe diina› jedhe. Hojjattoonni, ‹Nu dhandhee uduu keessaa guurree ta'aa?› jedhaniin.


Haga hennaa haama'aatitti woliin haa guddatuu. Hennaa haamaan gaye, Ani worra haamuun, akka gubamuuf dura sinaana buqqisa'aa qixira qixira'aan hidhaa'a, qamadii ammoo gootaraa kiyyatti galchaa'a› jedhaan» jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite