Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 13:25 - WAADAA LAMMATAA

25 Namichi sanyii facaasee biraa lixe. Hennaa namoonni rafan ammoo, diinni dhufee qamadii keessatti sinaana facaasee deeme.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

25 garuu naminni marrinuu eega rafeen duubatti diinni dhufeeti qamadii keessatti, ingirdaada facaasee ni deeme.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

25 Namichi sanyii facaasee biraa lixe. Hennaa namoonni rafan ammo, diinni dhufee qamadii keessatti sinaana facaasee deeme.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 13:25
19 Referans Kwoze  

Diinni keessan daabiloos akka Leenca waan nyaatu soqa'aa asii achi naannaya'aa aaduu waan ta'eef, hagatti jiraadhaa'a, dammaqaa'a.


Akkuma raattonni sobaa armaan dura banii jidduu turan, akkasuma ammallee barsiisonni sobaa isin jidduu jiran. Isaan Gooftaa isaan fayyise gananii ariiti'iin badii barumsa sobaa amantoota keessa seensisan.


Sinaanni sun ammoo ijoollee hammeeyyi'ii ti. Diinni sinaana facaase daabiloos. Haamaan dhuma biyya lafaa ti; worri haamu maleekkota Rabbiiti.


Ka adunyaa maraa dogoggorsu, daabiloos yookiin ka seexana jedhamu, Jawween guddaan innillee bofni duraa sun gad-gara lafaa darbame. Maleekkonnillee isaan wol lolan.


Eennuun jalaallee Ayyaanni Rabbii akka hin dhidhanne, hiddi hadhaayaan namoota hedduu batteessu isin keessaa ol margee akka isin hin rakkifne, Ka adaba hin qabne akka isin keessatti hin argamne,


Idaayyaan uduu hin dhufin turraan, marti isaaniituu muganii rafan.


Haata'uu ammoo, garboota nu godhatu'uuf wolabummaa karaa Kiristoosiitiin arganne san gaadu'uuf obboloonni sobduun dhossa'aan hulluuqanii nu keessa seenan.


Haata'uu ammoo ta ani raaga ufiin jettee garboota kiyya akka seebaran, waan waaqa tolfama'aaf qalame nyaatan ta barsiiftuuf ta dogoggorsitu dubartii san Elzaabeliin waan itti cadhifteef waan sirratti ceem'u qaba.


Malkata gugurdaa afoo bineensaatitti ta'u saniin worra lafa irra jiraatan hin dogoggorsa. Ka madaa guraade'ee qabuuf, worra lubbu'uun jiraatan fakii bineensa sanii akka godhatan worra lafa jiraatanitti dubbata.


Yesuus mammaaka biraallee isaanitti mammaake, «Jeennanni Rabbii nama qonna isaa keessatti sanyii mishaa facaaseen wol fakkaatti.


Qamadiinillee mutee hennaa biile sinaanni ammoo hin mudhata.


Hojjattoonni abbaa qonnaatiin, ‹Gooftaa'a, sanyii mishaa qonna kee keessatti hin facaafnee? sinaanni kun eessaa dhufe ree?› jedhaniin.


Inni ammoo deebisee, ‹Lakkaa'a sinaana hennaa guurtan qamadiin akka woliin hin buqqaane dhiisaa'a!


Haga hennaa haama'aatitti woliin haa guddatuu. Hennaa haamaan gaye, Ani worra haamuun, akka gubamuuf dura sinaana buqqisa'aa qixira qixira'aan hidhaa'a, qamadii ammoo gootaraa kiyyatti galchaa'a› jedhaan» jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite