Wongeela Maatewos 13:24 - WAADAA LAMMATAA24 Yesuus mammaaka biraallee isaanitti mammaake, «Jeennanni Rabbii nama qonna isaa keessatti sanyii mishaa facaaseen wol fakkaatti. Gade chapit laWaadaa Haarawa24 Akkuma kana Yesus akkana jechu'uun fakkeenna bira'aa isaanitti ni hime, «Mootummaan Sami'ii oorruu isaa ta qonnaa titti nama sanyii mishaa facaase fakkaati, Gade chapit laKitaaba Woyyuu24 Yesuus mammaaka biraallee isaanitti mammaake, «Jeennanni Rabbii nama qonna ufii keessatti sanyii mishaa facaaseen wol fakkaatti. Gade chapit la |