Wongeela Maatewos 13:21 - WAADAA LAMMATAA21 Haata'uu ammoo inni hidda hin qabu, hennamaaf jabaata malee, sababa dubbii Rabbiitiif hennaa rakkinniinii fi ari'amuun dhufee yoma san gufatan. Gade chapit laWaadaa Haarawa21 Haa ta'u yeromaaf malee onnee isaa keessatti hidda gad hin fageeffanne, kanaaf sababa dubbii Waaqaatiin rakkinni tokko yookiin ari'ataminni yeroo isa irra gayetti, dafee ni gufata. Gade chapit laKitaaba Woyyuu21 Haa ta'uu ammo inni hidda hin qabu, hennamaaf jabaata malee; sababa dubbii Rabbiitiif hennaa rakkinniinii fi ari'amuun dhufe yoma san gufata. Gade chapit la |