Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 13:2 - WAADAA LAMMATAA

2 Gumiin hedduun isa biratti wolgayan; Yesuus yabala keessa seenee barsiisu'uuf taa'e; gumiin hedduu qarqara bisaanii dhaabataniiran.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

2 namoonni baayi'een gara isaa dhufanii wolgayuu isaaniitiin hoboloo irra bayee ni taa'e, ummanni marri'llee garba ciisaa bira dhaabatanii ni jiran turan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

2 Gumiin hedduu isa biratti wol gayan; Yesuus yabala keessa seenee barsiisu'uuf taa'e; gumiin hedduu qarqara bisaanii dhaabataniiran.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 13:2
6 Referans Kwoze  

Yabala Simoonii keessa seenee, Lafa irraa diqqoo gara galaanaa keessa akka siissu isa kadhate. Achiin maayii Yabalattii irra taa'ee Banii barsiisa'aa ture.


Yesuus ammallee galaana Galiila'aa biratti barsiisuu jalqabe. Namoonni hedduu isa biratti waan wolitti qabamaniif inni yabala gubbaa bayee galaana irra ta'e. Baniin maruu qarqara galaanaa lafa irra turan.


Gumiin hedduu naaftota, balloota, worra duudotaa fi ka biraallee heddu qabatanii gara isaa fidanii luka Yesuusii jala kaayan. Innillee isaan fayyise.


Achiin maayessa gumiin hedduun Galiila'aa, qachaa qachoota kudhanii jedhamuu keessaa, Yeruusaalemii, Yihuuda'aa fi Yoordaanosiin gamaallee baniin hedduu isa faanaa deeman.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite