Wongeela Maatewos 13:19 - WAADAA LAMMATAA19 Namni dubbii jeennataa dhagayee yoo hubatuu baate, akka sanyii karaa keessatti facaafamtee ti. Hamtichi dhufee dubbii garaa isaa keessaa san facaafame keessaa guurata. Gade chapit laWaadaa Haarawa19 sanyiin karaa biratti bu'e ka muldhisu, dubbii Mootummaa Waaqaa dhagayee waayee nama hin hubanneeti, bakkumatti sheexanni dhufee onnee isaa keessatti dubbii facaafame, irraa ni fudhata, Gade chapit laKitaaba Woyyuu19 Namni dubbii jeennataa dhagayee yoo hubatuu baate, akka sanyii karaa keessatti facaafamteeti. Hamtichi dhufee dubbii garaa isaa keessatti facaafame san keessaa guurata. Gade chapit la |