Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 13:17 - WAADAA LAMMATAA

17 Ani dhugamaan isiniin jedha, raattonninii fi qajeellonni hedduu ka isin argitan argu'uuf hawwanii, ammoo hin argine, waan isin dhageettan dhagayu'uuf hawwanii, ammoo hin dhageenne.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

17 Dhugamaan isiniin jedha, nabiyyoonni baayi'ee fi qulqullaayoman waan isin argitan argu'uuf hawwanii turan, garuu hin argine, waan isin dhagaya'aa jirttann'llee dhagayu'uuf hawwanii ture, garuu hin dhageenne.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

17 Ani dhugamaan isiniin jedha, raattonninii fi qajeellonni hedduu waan isin argitan argu'uuf hawwanii ammo hin argine, waan isin dhageettan dhagayu'uuf hawwanii, ammo hin dhageenne.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 13:17
7 Referans Kwoze  

Abbaan keessan Abrahaam guyyaa kiyya argu'uuf gammade. Hin arge hin gammadelle'e»


Kunniin maruu amananii du'an, garuu dubbii abdi'ii ka isaanii kenname hin arganne. Haata'uu ammoo fago'oo arganii reebbatan. Biyya itti galan sanitti keessummootaa fi galtuu ta'uu ufii beekan.


Akkana isiniin jedha, raattonninii fi mootoleen hedduu waan isin argitan argu'uuf, waan isin dhageettan dhagayu'uuf halchanii garuu argu'uu fi dhagayuu hin dandeenne» jedhee isaanitti hime.


Achiin maayessa gara darasoota ufii garagalee hojja isaaniititti, «Ijji waan isin argitan argitu ta eebbifamte.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite