Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 13:15 - WAADAA LAMMATAA

15 Qalbiin banii kanaa waan jabaateef, gurri isaanii hin dhagayu, Ijji isaanii dunuunfateera maarre isaan ija isaaniitiin hin argan, gurra isaaniitiinillee hin dhagayan, qalbii isaaniitiinillee hin hubatan, hin deebi'anille'e, anillee silaa isaan hin fayyisa› wonti jedhame raawwatameera.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

15 Onneen ummata kanaa hadooddee jira, gurri isaanii'llee duudee, ijji isaanii'llee dununfatanii jiran, akkana uduu ta'uu dhabaateetii, ija isaaniitiin laalanii, gurra isaaniitiin'llee dhagayanii, onnee isaanii titti'llee hubatanii, gara kiyya deebi'anii ani'llee isaan ni fayyisa ture.»

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

15 Garaan banii kanaa waan jabaateef, gurri isaanii hin dhagayu, Ija ufiitiin hin dunuunfataniiran; maarre isaan ija ufiitiin hin argan, gurra ufiitiinillee hin dhagayan, qalbii ufiitiinillee hin hubatan, hin deebi'anille'e, anillee silaa isaan hin fayyisa› jedhame raawwatameera.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 13:15
25 Referans Kwoze  

Waan isaa wonti dubbannu waan heddutu jira. Waan gurri keessan juu jedhee dhagayuu dideef dubbiian hiikuun rakkisa'a.


Gurrii isaanii dhugaa dhagayuu dhiisee, gara oduu faayidaa hin qabnee siiqan.


Guddisanii Laagaa ol qabatanii iyya'aa gurra isaanii qabatanii yaada tokkoon ta'anii gara isaa fiigan.


Laga gamaa fi gamana ji'a ji'aan muka jireennaa daraaraa kudha lamaa kennutu jira. Baallii mukaa ka banniin itti fayye.


Eeganaa Gooftaa biraa guyyaan jajjabeennaa akka isinii dhuftuuf, waan dura isinii file Kiristoos Yesuusiin akka isinii ergu akka cubbuun keessanillee isinii haqamu, aagii galaa'a deebi'aa'a.


Uduu atumaan waan nagaya adhaaf sii ta'u beettee misha'a! Amma ammoo kun ija kee afo'oo dhokateera.


Garaan banii kanaa jabaateera; Ija isaaniitiin akka hin argine, gurra isaaniitinillee akka hin dhageenne; Qalbii isaaniitiin akka hin hubanne, deebi'eellee akka isaan hin fayyifne, Gurri isaaniillee duudeera, ija ufiillee dunuunfataniiran› jedhee waan mishaa dubbate.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite