Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 13:14 - WAADAA LAMMATAA

14 Maarre raanni Isaayyaas dubbate isaan irratti raawwatameera; wonti raagamellee, ‹Dhagayuu inuma dhageettan, Haata'uu ammoo hin hubattan. laaluu inuma laaltan, Haata'uu ammoo sirima hin argitan,

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

14 Kanaaf nabiyyicha Isaayaasiin akkana jedhamee, isaan irratti ni raawwatama, ‹dhagayuu ni dhageettan, garuu hin hubattan, arguu'llee ni argitan, garuu onne'etti hin qabattan.›

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

14 Maarre raanni Isaayyaas dubbate isaan irratti raawwatameera; wonti raagamellee, ‹Dhagayuu inuma dhageettan, Haa ta'uu ammo hin hubattan. laaluu inuma laaltan, Haa ta'uu ammo sirima hin argitan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 13:14
11 Referans Kwoze  

Hennaa waadaan duraa dubbifamu golgi sun haga adhaa isaan keessa jiraata. Golgi sun ka diiggamuun Kiristoosiin calla'aan.


Innillee akkana jedheen, «Dhossaa jeennata Rabbii beekuun isiniif kennameera; worra kaawaaniif ammoo uduu ilaalan akka hin argine, uduu dhagayan akka hin hubane, mammaakkan dubbadha» jedhe.


Haata'uu ammoo maruu dubbii gammachu'uutiif hin ajajamne. Isaayyaas, «Gooftaa keenna! Ragaa keenna eentu amane?» Waan jedhuuf.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite