Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 13:13 - WAADAA LAMMATAA

13 Wonti ani mammaaka kana isaanitti mammaakeef, waan isaan uduma laalan hin argineef, uduma caqasanuu hin dhagayan, yookiin waan hin hubanneef.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

13 Uduu argan akka waan hin arginee, uduma dhagayan akka waan hin dhageennee yookiin akka waan hin hubannee waan ta'aniif kunoo, ani fakkeennaan isaanitti ni hima.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

13 Wonti ani mammaaka kana isaanitti mammaakeef waan isaan uduma laalan hin argineef, uduma caqasanuu waan hin dhageenneef; yookaan waan hin hubanneef.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 13:13
12 Referans Kwoze  

Ijji teessan ammoo waan argituuf, gurri keessanillee waan dhagayuuf isin worra badhaadhe.


Akkuma barreeffamni woyyuun jedhu, «Kuuwwanillee hadoodaniiran, akkasuma ijji isaanii akka hin argine; gurrii isaaniillee akka hin dhageenne, Rabbi haga adhaatitti hafuura hirribaa isaanii kenne»


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite