Wongeela Maatewos 13:12 - WAADAA LAMMATAA12 Ka qabuuf, itti eda'amee waan kennamuuf heddu ta'aaf, ka hin qabne ammoo ka qabu sunuu irraa fudhatama. Gade chapit laWaadaa Haarawa12 Nama qabuuf ka caalu ni kennamaaf, ni baayi'ataaf'lle'e, nama hin qabnne irraa garuu ka qabu, irraa ni fudhatama. Gade chapit laKitaaba Woyyuu12 Ka qabuuf itti eda'amee waan kennamuuf heddu ta'aaf; ka hin qabne ammo ka qabu sunuu irraa fudhatama. Gade chapit la |