Wongeela Maatewos 13:10 - WAADAA LAMMATAA10 Achiin maayessa darasoonni gara Yesuusii dhiyaatanii, «Ati maaf mammaaka kana isaanitti mammaatte?» jedhanii gaafatan. Gade chapit laWaadaa Haarawa10 Kanaan duubatti barattoonni isaa gara Yesusii dhiyaatanii, «Waayee maali'iitiif ummatatti fakkeennaan dubbattaa?» jedhaniin. Gade chapit laKitaaba Woyyuu10 Achiin maayessa darasoonni gara Yesuusii dhiyaatanii, «Ati maaf mammaaka kana isaanitti mammaatte?» jedhanii gaafatan. Gade chapit la |