Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 12:7 - WAADAA LAMMATAA

7 Isin ammoo, «Ani ciincaa irra araara jaaladha ka jedhame maal akka ta'e uduu beettanii, worra yakka hin qabnetti hin murteessitan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

7 Dabalee'llee, ‹ani ka barbaadu dhiifama malee kitima'aa miti› ka jedhu dubbiin kitaabaa maal akka ta'e uduu hubattaniitii, namoota balleessaa hin qabnne irratti hin murtteesitan ture.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

7 Isin ammo, «Ani ciincaa irra araara jaaladha ka jedhame maal akka ta'e uduu beettanii worra yakka hin qabnetti hin murteessitan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 12:7
14 Referans Kwoze  

Haata'uu ammoo dhaqa'aatii barreeffama araaraa barbaadaa malee, ciinca'aa miti dubbii jedhu hiikkaan maal akka ta'e baradhaa'a. Ani Cubbamoota gara araaraa waamu'uuf dhufe malee, qajeellota waamu'uufii miti» isaaniin jedhe.


Namoonni Yerusaalem jiraatanii fi bulchoonni isaanii dubbii raattotaa ka Sambata dubbifamu hubachuu waan dadhabaniif akka dubbii raattotaatitti isatti murteessan.


Yesuus deebisee akkana isaaniin jedhe, «Kitaabotaa fi hunna Rabbii waan hin beenneef, isin hin dogoggortan.


Isin nama qajeelaa isin hin morminetti murteessitanii ajjeeftaniirtan.


Rabbiin garaa guutu'uun, qalbii guutu'uun, hunna guutu'uun jaalachuun, nama akka mataa ufiititti jaalachuun, woreega ciinca'aatii fi woreega biraa Rabbiif dhiyeessuu caala» jedheen.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite